Seera dirree ummataa(park) kan magaalaa fi naamusa eegamuu qabu

Wan yang couple eii sidaon Long wan picnic taowel long wan park wetem dog blong tufala

Ripotem eni mentenens isiu long lokol pak blong yu, kontaktem city kaonsel blong yu. Getty Images/Marianne Purdie Credit: Kane Skennar/Getty Images

Yeroo qilleensi gaarii tahu hunduu gadi bahee waliin bohaaruu ni fedha. Keessattuu dirree ummataa (park) wal arguun Australiyaanotaan aadeffatamaa dha. Yeroo dirree ummataa naannoo keessaniitti fayyadamtan namootni hunduu gammachuun akka yeroo achitti qabaatan barbaachisa. Dirree kanatti dhimma bahuuf seerotnii fi naamsni tokko tokko hordofamuu qaban bali’inaan ibsamanii waan jiraniif olitti caqasaa.


hubannoo
  • Dirree ummataa(park) gurguddaa kan akka Botanic garden irraa kan hafe kaan itti gaafatamni isaa kan Gumii Magaalaa ti.
  • Bashannanaa fi qophii xixiqqaa irraa kan hafe daldala gurguddaaf ehama gaafata akkasumas kaffaltii gaafatuu mala.
  • Bakki dirree ummataa kan walii galaa waan taheef wal hubannoo fi wal kabajaan itti fayyadamuu barbaachisa. Naannoo ofii kununfachuu fi qulleeffachuun fayyaafis bu'a qabeessa



Share
Follow SBS Oromo

Download our apps
SBS Audio
SBS On Demand

Listen to our podcasts
Independent news and stories connecting you to life in Australia and Oromo-speaking Australians.
Ease into the English language and Australian culture. We make learning English convenient, fun and practical.
Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS
SBS World News

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service