Guyyaa Oromtittii ykn Siiqqee yaada ummataa

Guyyaa Oromtittii irratti suuraa fudhataman keessaa

Ji’i Bitootessaa Ji’a addaa ti. Ji’I Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha. Credit: Rahima Mohammed

Ji’i Bitootessaa Ji’a addaa ti. Ji’I Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha


Guyyaa Oromtittii suuraa ka'aman keessaa
Credit: Rahima Mohammed
photo 1 1.jpg
Credit: Eliyas Gudisa
Ji'i Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha. Sirna Gadaa Oromoo keessatti dubartootni yaadni isaan gumaachan iddoo guddaa qaba. Maree eegalan, yaada dubartootni eeraniin goolabu turan.

Qophiin ji’a kana guyyaa Siqqee ykn guyyaa Oromtittii jedhuun kabajame hirmaatnaa warra abbaa manaa, obboleessa fi akkasumas ijoollee dhiiraa dabalatee hawaasa bal’aa hirmaachise.

Dubartiin ifa mana ti, dubartiin haadha, obboleettii dha, haadha manaa dha. Guyyaan addaa umamuun kun dhugumatti jalqaba gaarii fi haala isa jalqabaa irra caaluun itti fufuu qaba jedhu warri yaada kennan. Yaada fudhanne keessaa haga tokko olitti caqastu.

Share
Follow SBS Oromo

Download our apps
SBS Audio
SBS On Demand

Listen to our podcasts
Independent news and stories connecting you to life in Australia and Oromo-speaking Australians.
Ease into the English language and Australian culture. We make learning English convenient, fun and practical.
Get the latest with our exclusive in-language podcasts on your favourite podcast apps.

Watch on SBS
SBS World News

SBS World News

Take a global view with Australia's most comprehensive world news service